1 Yaa biyyoota bishaan gidduu na dhaggeeffadhaa;
2 Inni afaan koo akka goraadee qaramee godhe;
3 Innis, “Yaa Israaʼel, ati garbicha koo
4 Ani garuu, “Akkasumaanan itti dadhabe;
5 Waan ani fuula Waaqayyoo duratti ulfina argadhee
6 Innis, “Ati gosoota Yaaqoob deebiftee dhaabuuf,
7 Waaqayyo Furii fi Qulqullichi Israaʼel,
8 Waaqayyo akkana jedha:
9 akka ati warra boojiʼamaniin, ‘Kottaa baʼaa’
10 Isaan hin beelaʼan; hin dheebotanis;
11 Tulluuwwan koo hunda karaatti nan geeddara;
12 Kunoo, isaan biyya fagoodhaa ni dhufu;
13 Yaa samiiwwan, ililchaa;
14 Xiyoon garuu, “Waaqayyo na gateera;
15 “Haati daaʼima ishee kan hoosiftu
16 Kunoo, ani barruu harka koo irratti si qirixeera;
17 Ilmaan kee ariitiidhaan ni dachaʼu;
18 Ija kee ol fudhadhuutii naannoo kee ilaali;
19 “Ati diigamtee ontee
20 Ijoolleen ati yeroo gadda keetiitti deesse,
21 Ergasii ati garaa keetti akkana jetta;
22 Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:
23 Mootonni abbootii kee kanneen si guddisan,
24 Gootota harkaa boojuu fudhachuun,
25 Waaqayyo garuu akkana jedha:
26 Ani akka warri si hacuucan foon ofii isaanii nyaatan nan godha;