Isaías 48

GAZ

1 “Yaa mana Yaaqoob,

2 isin warri maqaa magaalaa qulqullittiitiin of waamtan,

3 Ani wantoota durii duraan dursee dubbadheera;

4 Ani akka ati mata jabeessa taate beekeen tureetii;

5 Kanaafuu ani wantoota kanneen bara dheeraan dura sitti himeera;

6 Ati wantoota kanneen dhageesseerta; isaan hunda ilaali.

7 Isaan amma uumaman malee bara dheeraan dura miti;

8 Ati takkumaa dhageessee yookaan hubattee hin beektu;

9 Ani maqaa kootiif jedhee dheekkamsa koo nan tursiisa;

10 Kunoo, ani yoo akka meetiitti taʼuu baate iyyuu // si qulqulleesseera;

11 Ani ofii kootiif jedhee, ofuma kootiif jedhee waan kana nan godha.

12 “Yaa Yaaqoob, Yaa Israaʼel kan ani si waame,

13 Harki koo hundeewwan lafaa dhaabe;

14 “Hundi keessan walitti qabamaatii dhaggeeffadhaa;

15 Ani, ani mataan koo dubbadheera;

16 “Natti dhiʼaadhaatii waan kana dhagaʼaa:

17 Waaqayyo Furiin kee,

18 Ati utuu ajaja koo qalbeeffattee jiraattee,

19 Sanyiin kee akkuma cirrachaa,

20 Baabilon keessaa baʼaa;

21 Isaan yommuu inni lafa gammoojjii keessa isaan qajeelchetti // hin dheebonne;

22 “Hamootaaf nagaan hin jiru” jedha Waaqayyo.

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado