1 Waaqayyo akkana jedha:
2 Yeroo ani dhufetti namni maaliif achi hin jiraatin?
3 Ani samiitti dukkana nan uffisa;
4 Akka ani warra dadhaban jajjabeessuuf,
5 Waaqayyo Gooftaan gurra koo naa baneera;
6 Ani warra na rukutanitti dugda koo,
7 Sababii Waaqayyo Gooftaan na gargaaruuf,
8 Inni dhugaa naaf baasu dhiʼoo jira.
9 Waaqayyo Gooftaatu na gargaara.
10 Isin keessaa kan Waaqayyoon sodaatee
11 Amma garuu isin warri ibidda bobeessitanii