1 “Waaqayyo dibamaa isaa Qiiros,
2 Ani fuula kee dura deemee
3 Ati akka ani Waaqayyo
4 Ati na beekuu baattu iyyuu,
5 Ani Waaqayyo; ana malee kan biraa hin jiru;
6 Kunis akka namoonni baʼa biiftuutii hamma lixa biiftuutti,
7 Ani ifa nan tolcha; dukkanas nan uuma;
8 “Yaa samiiwwan, isin ol gubbaadhaa qajeelummaa roobsaa;
9 “Qiraacii qiraaciidhuma lafaa taʼee
10 Nama Abbaadhaan, ‘Ati maal dhalchite?’
11 “Waaqayyo, Qulqullichi Israaʼel
12 Kan lafa tolchee namas ishee irratti uume ana.
13 Ani qajeelummaa kootiin Qiirosin ol nan kaasa:
14 Waaqayyo akkana jedha:
15 Yaa Waaqi, Fayyisaa Israaʼel,
16 Warri waaqota tolfamoo tolchan hundinuu ni qaanaʼu; ni salphatu;
17 Israaʼel garuu fayyina bara baraatiin
18 Waaqayyo akkana jedha;
19 Ani biyya dukkanaa keessaa
20 “Walitti qabamaa kottaa;
21 Waanan taʼuu qabu dubbadhaa; dhiʼeeffadhaas;
22 “Isin warri handaara lafaa hundi,
23 Ani mataa kootiin kakadheera;
24 Isaanis, ‘Qajeelummaa fi jabinni Waaqayyo qofaan argama’
25 Sanyiin Israaʼel hundi garuu,