Isaías 46

GAZ

1 Beel gad jedha; Neboo akka malee gugguufa;

2 Isaan gugguufanii walii wajjin gad jedhu;

3 “Yaa mana Yaaqoob,

4 Hamma dulloomtanii arrii baaftanitti,

5 “Isin eenyuun wal bira na qabdu yookaan eenyuun wal na qixxeessitu?

6 Namoonni tokko tokko korojoo isaanii keessaa warqee gad naqanii

7 Ol fuudhanii gatiittii isaaniitti ni baatu;

8 “Yaa finciltoota, waan kana yaadadhaa;

9 Wantoota darban kanneen bara durii yaadadhaa;

10 Ani dhuma waan tokkoo jalqabumatti nan labsa;

11 Baʼa biiftuutii allaattii waa adamsitu,

12 Yaa mata jabeeyyii,

13 Ani qajeelummaa koo nan dhiʼeessa;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado