1 “Amma garuu yaa Yaaqoob garbicha ko,
2 Waaqayyo inni si uume,
3 Ani lafa dheebote irratti bishaan,
4 Isaan akkuma marga bishaan gidduutii fi
5 Namni tokko, ‘Ani kan Waaqayyoo ti’ ofiin jedha;
6 “Waaqayyo Mootii fi Furiin Israaʼel
7 Yoos kan akka koo eenyu? Mee inni hafuura haa baafatu.
8 Hin rifatinaa; hin sodaatinaa.
9 Warri waaqota tolfamoo tolchan hundi gatii hin qaban;
10 Eenyutu waaqa tolfamaa fi
11 Isaa fi namni akka isaa ni qaaneffama;
12 Tumtuun meeshaa ittiin waa tumu harkatti qabatee
13 Namni muka soofu funyoodhaan safara
14 Inni birbirsa mura;
15 Mukni sun qoraan bobeeffamu taʼa;
16 Gartokkee mukkeen sanaa ni bobeessa;
17 Mukkeen hafaniin immoo waaqa sobaa, // waaqa isaa tolfamaa tolfata;
18 Isaan homaa hin beekan; homaa hin hubatanis;
19 Namni tokko iyyuu itti hin yaadu;
20 Inni daaraa nyaata; garaan gowwoomfames karaa irraa isa jalʼiseera;
21 “Yaa Yaaqoob, ati waan kana yaadadhu;
22 Ani yakka kee akkuma duumessaa,
23 Yaa samiiwwan, Waaqayyo waan kana godheeraatii // gammachuudhaan faarfadhaa;
24 “Waaqayyo Furiin kee,
25 isa mallattoo raajota sobaa
26 isa dubbii garboota isaa mirkaneessee
27 isa tuujubaan, ‘Ati gogi;
28 isa Qiirosin, ‘Inni tiksee koo ti;