1 Amma garuu yaa Yaaqoob, Waaqayyo inni si uume,
2 Yommuu ati bishaan keessa dabartu,
3 Ani Waaqayyo Waaqni kee,
4 Waan ati ija koo duratti jaallatamaa fi kabajamaa taateef,
5 Ani si wajjinan jiraatii hin sodaatin;
6 Ani Kaabaan, ‘Isaan gad dhiisi!’
7 kan maqaa kootiin waamame hunda,
8 Warra utuu ija qabanuu jaamanii
9 Sabni hundi tokkummaadhaan walitti haa qabamu;
10 Waaqayyo akkana jedha;
11 Ana, anuma qofatu Waaqayyo;
12 Ani mulʼiseera; fayyiseera; labseeras;
13 “Bara duriitii jalqabee ani isuma.
14 Waaqayyo Furiin kee,
15 Ani Waaqayyo, Qulqullicha keessan,
16 Waaqayyo inni, galaana keessaan karaa,
17 inni gaariiwwanii fi fardeen, loltootaa fi gargaartota isaanii
18 “Wantoota durii irraanfadhaa;
19 Kunoo, ani waan haaraa tokko nan hojjedhaa!
20 Bineensonni bosonaa,
21 sabni ani ofii kootiif filadhe
22 “Yaa Yaaqoob, ati garuu na hin waammanne;
23 Ati aarsaa gubamuu fi hoolota naaf hin fidne;
24 Ati qundhii urgaa gaarii qabu naa hin binne;
25 “Kan ofii kootiif jedhee yakka kee sirraa haqee
26 Mee waan darbe irra naa deebiʼi;
27 Abbaan kee kan jalqabaa cubbuu hojjete;
28 Kanaafuu ani itti gaafatamtoota // mana qulqullummaa keetii nan salphisa;