1 “Tajaajilaan koo inni ani utubee dhaabu,
2 Inni hin wacu yookaan hin iyyu;
3 Shambaqqoo buruqe hin cabsu;
4 hamma murtii qajeelaa lafa irratti fidutti,
5 Waaqayyo Waaqni samiiwwan uumee diriirse,
6 “Ani Waaqayyo qajeelummaadhaan si waameera;
7 atis ija jaamotaa ni banta;
8 “Ani Waaqayyo; maqaan koos kanaa dha!
9 Kunoo wanni duraanii raawwatameera;
10 Isin warri galaana buutanii fi wantoonni achi keessa jiraattan hundi,
11 Gammoojjii fi magaalaawwan ishee sagalee isaanii ol haa fudhatan;
12 Isaan Waaqayyoof ulfina haa kennan;
13 Waaqayyo akka nama jabaa tokkootti ni duula;
14 “Ani yeroo dheeraaf calʼiseera;
15 Ani tulluuwwanii fi gaarran nan onsa;
16 Ani jaamota karaa isaan hin beekne irra nan qajeelcha;
17 Warri waaqota tolfamoo amanatan,
18 “Isin duudota nana, dhagaʼaa;
19 Tajaajilaa koo malee jaamaan eenyu?
20 Ati waan baayʼee argite; garuu hin qalbeeffanne;
21 Waaʼee qajeelummaa isaatiif jedhee
22 Sabni kun garuu saba saamamee boojiʼamee dha;
23 Isin keessaa eenyutu waan kana dhaggeeffata?
24 Eenyutu Yaaqoobin boojuuf,
25 Kanaafuu inni dheekkamsa isaa bobaʼaa sana,