Isaías 41

GAZ

1 Waaqayyo akkana jedha;

2 “Kan baʼa biiftuutii nama tokko kakaasee

3 Inni isaan ariʼee,

4 Jalqabaa kaasee dhaloota waamee

5 Biyyoonni bishaan gidduu arganii sodaatu;

6 tokkoon tokkoon namaa wal gargaara;

7 Tumtuun sibiilaa tumtuu warqee ni jajjabeessa;

8 “Ati garuu, yaa garbicha koo Israaʼel,

9 ani handaara lafaatii si fudhadhe;

10 Kanaafuu ati hin sodaatin; ani si wajjin jiraatii;

11 “Kunoo, warri sitti aaran hundi,

12 Ati diinota kee barbaadduu iyyuu, isaan hin argattu.

13 Ani Waaqayyo Waaqni kee

14 Yaa Yaaqoob raammoo nana,

15 “Ani kunoo, meeshaa ittiin midhaan dhaʼan,

16 Ati jara ni afarsita; qilleensis ol isaan fudhata;

17 “Hiyyeeyyii fi rakkattoonni bishaan barbaadu;

18 Lafa ol kaʼaa qullaa irra lageen nan yaasa;

19 Gammoojjii keessatti

20 Kunis akka namoonni

21 “Dhimma keessan dhiʼeeffadhaa” jedha Waaqayyo;

22 “Akka isaan waan taʼuuf jiru nutti himaniif,

23 akka nu akka isin waaqota taatan beeknuuf,

24 Kunoo isin wayittuu hin hedamtan;

25 “Ani nama tokko kaabaa nan kaase; innis dhufa;

26 Akka nu beekuu dandeenyuuf

27 Namni jalqabatti, ‘Kunoo isaan as jiru!’

28 Ani nan ilaale; garuu homtuu hin turre;

29 Kunoo, hundi isaanii faayidaa hin qaban!

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado