1 Jajjabeessaa; saba koo jajjabeessaa;
2 Garaa Yerusaalemitti dubbadhaa;
3 Sagalee akkana jedhee iyyu tokko:
4 Sululli hundi ni guutama;
5 Ulfinni Waaqayyoo ni mulʼata;
6 Sagaleen tokko “Iyyi” jedha.
7 Sababii hafuurri Waaqayyo baafatu isaanitti bubbisuuf margi
8 Margi ni coollaga; daraaraanis ni harcaʼa;
9 Ati kan Xiyooniif oduu gaarii fiddu,
10 Kunoo, Waaqayyo Gooftaan humnaan ni dhufa;
11 Inni akkuma tiksee tokkootti bushaayee isaa tikfata;
12 Bishaanota konyee isaatiin kan safare
13 Eenyutu Hafuura Waaqayyoo qajeelchuu dandaʼe?
14 Waaqayyo hubannaa argachuuf eenyun gorsa gaafate?
15 Dhugumaan saboonni akkuma copha baaldii keessaa ti;
16 Libaanoon qoraan iddoo aarsaatiif gaʼu hin qabdu,
17 Fuula isaa duratti saboonni hundinuu wayittuu hin lakkaaʼaman;
18 Yoos Waaqa eenyutti fakkeessitu?
19 Waaqa tolfamaa tumtuu sibiilaatu baqsee tolcha;
20 Hiyyeessi aarsaa akkasii dhiʼeessuu
21 Isin hin beektanii?
22 Inni geengoo lafaatii ol taaʼa;
23 Inni ilmaan moototaa faayidaa dhabsiisa;
24 Akkuma isaan dhaabamaniin,
25 “Isin eenyutti na fakkeessitu?
26 Ija keessan ol fudhadhaatii samiiwwan ilaalaa:
27 Yaa Yaaqoob, yaa Israaʼel, ati maaliif,
28 Ati hin beektuu?
29 Inni dadhabdootaaf jabina kenna;
30 Ijoolleen iyyuu ni dadhabu; ni bututus;
31 Warri Waaqayyoon abdatan garuu