Isaías 3

GAZ

1 Kunoo Gooftaan,

2 gootaa fi loltuu,

3 ajajaa shantamaatii fi nama ulfina qabu,

4 “Ani dargaggoota qondaaltota isaanii nan godha;

5 Namoonni wal hacuucu;

6 Namni tokko mana abbaa isaatti,

7 Inni garuu gaafas,

8 Yerusaalem gatantaraa jirti;

9 Haalli fuula isaanii dhugaa isaanitti baʼa;

10 Akka wanni kun isaaniif tolu qajeeltotatti himaa;

11 Hamaadhaaf wayyoo!

12 Dargaggoonni saba koo cunqursu;

13 Waaqayyo murtii kennuuf taaʼeera;

14 Waaqayyo akkana jedhee

15 Isin saba koo caccabsuun keessan,

16 Waaqayyo akkana jedha;

17 Kanaafuu Gooftaan mataa intallan Xiyoonitti qaaqee ni fida;

18 Gaafas Gooftaan faaya miidhagina isaanii: albuu, marata mataa, faaya mormaa kan baatii fakkaatu,

19 amartii gurraa, bitawoo, haguuggii fuulaa,

20 Marata mataa, faaya miillaa, sabbata, bilqaaxxii shittoo, kudhaama,

21 qubeelaa chaappaa, amartii funyaanii

22 wandaboo filatamaa, koofiyyaa, qoloo, korojoo harkaa,

23 of ilaaleewwan, wayyaa quncee talbaa irraa hojjetame, gonfoo dubartootaatii fi uffata mormaa isaan irraa mulqa.

24 Qooda urgaa, ajaa;

25 Namoonni keessan goraadeedhaan,

26 Karri Xiyoon faarsitee boossi;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado