Isaías 2

GAZ

1 Wanni Isaayyaas ilmi Amoos waaʼee Yihuudaatii fi Yerusaalem arge kanaa dha:

2 Bara dhumaa keessa,

3 Namoonni baayʼeen dhufanii akkana jedhu;

4 Inni saboota gidduutti murtii kenna;

5 Yaa mana Yaaqoob,

6 Kanaafuu saba kee,

7 Biyyi isaanii meetii fi warqeen guutamteerti;

8 Biyyi isaanii waaqota tolfamoodhaan guutamteerti;

9 Kanaafuu namni gad qabama;

10 Argamuu Waaqayyoo isa sodaachisaa fi

11 Iji nama of tuuluu gad qabama;

12 Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu

13 Inni birbirsa Libaanoon dheeraa fi

14 tulluuwwan ol dhedheeroo hundaaf,

15 gamoo gurguddaa hundaaf,

16 doonii daldalaa hundaa fi waan gatii guddaa qabu hundaaf

17 Of tuulummaan namaa gad qabama;

18 waaqonni tolfamoon guutumaan guutuutti ni barbadeeffamu.

19 Namoonni yommuu inni lafa raasuuf kaʼutti,

20 Gaafas namoonni waaqota isaanii tolfamoo

21 Isaan yommuu inni lafa raasuuf kaʼutti

22 Nama duʼa hin oolle,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado