Isaías 1

GAZ

1 Mulʼata Isaayyaas ilmi Amoos bara bulchiinsa Uziyaan, bara Yootaam, bara Aahaazii fi bara Hisqiyaas keessa waaʼee Yihuudaatii fi Yerusaalem arge.

2 Yaa Samiiwwan dhagaʼaa! Yaa lafa dhaggeeffadhu!

3 Qotiyyoon gooftaa isaa,

4 Yaa saba cubbamaa,

5 Isin siʼachi maaliif rukutamtu?

6 Faana miilla keessaniitii hamma gubbee mataa keessaniitti,

7 Biyyi keessan duwwaa hafteerti;

8 Intalli Xiyoon akkuma daʼannoo iddoo

9 Utuu Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu

10 Yaa bulchitoota Sodoom

11 Waaqayyo akkana jedha;

12 Isin yommuu fuula koo duratti mulʼachuuf dhuftan,

13 Kennaa faayidaa hin qabne fiduu dhiisaa!

14 Ayyaana Baatii keessanii fi

15 Yeroo isin kadhannaaf harka keessan balʼifattan,

16 Dhiqadhaatii of qulqulleessaa.

17 waan qajeelaa hojjechuu baradhaa!

18 Waaqayyo akkana jedha;

19 Isin yoo fedhii qabaattanii ajajamtan,

20 garuu yoo diddanii finciltan goraadeetu isin nyaata.”

21 Akka magaalaan amanamtuun sun

22 Meetiin kee ligidaaʼeera;

23 Bulchitoonni kee finciltoota;

24 Kanaafuu Gooftaan, Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu,

25 Ani harka koo sitti nan deebisa;

26 Ani akkuma bara durii abbootii murtii iddootti,

27 Xiyoon murtii qajeelaadhaan,

28 Finciltoonnii fi cubbamoonni garuu ni caccabu;

29 “Isin sababii muka qilxuu itti gammaddan sanaatiif ni qaanoftu;

30 Isin akka qilxuu baalli irraa harcaʼee,

31 Namni jabaan akkuma huubaa,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado