Isaías 29

GAZ

1 Yaa Ariiʼeel, yaa Ariiʼeel,

2 Taʼus ani Ariiʼeelin marsee nan qaba;

3 Ani karaa hundaan naannoo kee nan qubadha;

4 Ati gad deebifamtee lafa irraa ni dubbatta;

5 Diinonni kee hedduun garuu akka awwaara bullaaʼee,

6 Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu,

7 Ergasii tuunni saboota hundaa kan Ariiʼeeliin lolu,

8 kunis akkuma namni beelaʼe tokko akka waa nyaachaa jiru abjuudhaan argee

9 Rifadhaa; dinqisiifadhaas;

10 Waaqayyo hirriba cimaa isinitti buuseera;

11 Mulʼanni kun hundi isiniif dubbii kitaaba maramaa irratti chaappeffame malee homaa miti. Yoo isin kitaaba kana nama dubbisuu dandaʼu tokkotti kennitanii, “Maaloo mee waan kana dubbisi” jettaniin inni, “Sababii kitaabichi chaappeffameef ani dubbisuu hin dandaʼu” jedhee deebisa.

12 Yookaan yoo isin kitaaba maramaa kana nama dubbisuu hin dandeenye tokkotti kennitanii, “Maaloo mee waan kana dubbisi” jettaniin inni, “Ani akkamitti akkan dubbisu hin beeku” jedhee deebisa.

13 Gooftaan akkana jedha:

14 Kanaafuu ani amma illee dinqii irratti dinqii dabalee

15 Warra karoora isaanii

16 Kun jalʼina keessan,

17 Libaanoon yeroo gabaabaa keessatti // lafa qotiisaa gabbatte hin taatuu?

18 Gaafas duudaan dubbii kitaaba maramaa ni dhagaʼa;

19 Namni gad of qabu ammas Waaqayyotti ni gammada;

20 Gara jabeeyyiin ni badu;

21 warri dubbiin yakkamaa nama godhan,

22 Kanaafuu Waaqayyo inni Abrahaamin fure sun mana Yaaqoobiin akkana jedha:

23 Isaan yeroo gidduu isaaniitti ijoollee isaanii

24 Warri dogoggoran hubannaa ni argatu;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado