Isaías 28

GAZ

1 Gonfoo of tuulummaa kan machooftota Efreem sanaaf,

2 Kunoo, Gooftaan isa humna qabeessaa fi jabaa tokko qaba.

3 Gonfoon of tuulummaa,

4 Daraaraan harcaʼu, miidhaginni isaa kabajamaan,

5 Bara sana Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu

6 Inni nama murtii kennuuf taaʼuuf hafuura murtii qajeelaa taʼa;

7 Jarri kuni daadhii wayiniitiin gatantaru;

8 Maaddiin hundinuu diddigaan guutameera;

9 “Namni inni waa barsiisuu yaalu kun eenyu?

10 Ajaja irratti ajaja; ajaja irratti ajaja;

11 Yoos Waaqni afaan alagootaatiin,

12 inni akkana isaaniin jedhe;

13 Yoo akkasii dubbiin Waaqayyoo akkana isaanitti taʼa;

14 Kanaafuu isin qoostonni

15 Isin akkana jettanii of tuultu; “Nu duʼa wajjin kakuu galleerra;

16 Kanaafuu Waaqayyo Gooftaan akkana jedha;

17 Ani murtii qajeelaa funyoo ittiin safaran,

18 Kakuun isin duʼa wajjin godhattan ni diigama;

19 Inni yeroo dhufu hunda isin fudhatee deema;

20 Sireen irratti diriirfachuuf baayʼee gabaabaa dha;

21 Waaqayyo hojii isaa, hojii isaa haaraa sana hojjechuuf,

22 Amma qoosaa keessan dhiisaa;

23 Dhaggeeffadhaatii sagalee koo dhagaʼaa;

24 Qonnaan bulaan tokko yeroo sanyii facaasuuf lafa qotatutti, // ittuma fufee qotaa?

25 Inni yeroo lafa wal qixxeessutti

26 Waaqni isaa isa barsiisa;

27 Abasuudni gangalchaadhaan hin dhaʼamu;

28 Midhaan buddeena tolchuuf daakamuu qaba;

29 Wanni kun hundinuu Waaqayyoo Waan Hunda Dandaʼu,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado