Isaías 22

GAZ

1 Raajii waaʼee Sulula Mulʼataa:

2 Yaa magaalaa wacaan guutamte,

3 Hooggantoonni kee hundi walumaan baqatan;

4 Kanaafuu ani, “Ana irraa garagalaa;

5 Gooftaan, Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu,

6 Eelaam manʼee xiyyaa qabattee

7 Sululawwan kee filatamoon gaariiwwaniin guutamaniiru;

8 Gooftaan ittisa Yihuudaa irraa mulqeera.

9 Dallaan Magaalaa Daawit

10 Isin manneen Yerusaalem lakkooftan;

11 Bishaan Haroo Moofaatiif dallaa lamaan gidduutti

12 Gooftaan, Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu,

13 Qooda kanaa garuu gammachuu fi fandalaluu,

14 Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu utuma gurri koo dhagaʼuu waan kana naa ibse: “Hamma guyyaa duʼa keessaniitti cubbuun kun isin irraa hin haqamu” jedha Gooftaan, Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu.

15 Gooftaan, Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

16 Ati maal asii hojjetta?

17 “Yaa nama jabaa kunoo,

18 Inni akkuma kubbaa furuursee

19 Ani aangoo kee irraa sin buusa;

20 “Ani gaafas garbicha koo Eliiyaaqiimin ilma Hilqiyaa nan waama.

21 Ani uffata kee isatti nan uffisa; sabbata kee mudhii isaatti nan hidha; aangoo kees dabarsee isaaf nan kenna. Inni warra Yerusaalem keessa jiraatanii fi mana Yihuudaatiif abbaa ni taʼa.

22 Ani furtuu mana Daawit gatiittii isaa irra nan kaaʼa; waan inni banu namni tokko iyyuu cufuu hin dandaʼu; waan inni cufus namni tokko iyyuu banuu hin dandaʼu.

23 Ani akkuma fannoo waa itti fannisan tokkootti iddoo jabaa irra isa nan dhaaba; innis mana abbaa isaatiif teessoo ulfinaa ni taʼa.

24 Isaanis kabaja mana abbaa isaa hunda, ijoollee isaatii fi ijoollee ijoollee isaa, miʼa xixinnaa kan waciitiidhaa jalqabee hamma okkoteetti jiru hunda isatti fannisu.”

25 Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha; “Gaafas qofoon iddoo jabaa dhaabame sun ni buqqaʼa; muramee lafa buʼa; baʼaan isatti fannifame sun harcaʼee caccaba.” Waaqayyo waan kana dubbateeraatii.

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado