Isaías 11

GAZ

1 Lataan tokko jirma Isseey irraa ni lata;

2 Hafuurri Waaqayyoo,

3 inni Waaqayyoon sodaachuutti ni gammada.

4 garuu nama rakkataaf qajeelummaadhaan murteessa;

5 Qajeelummaan teepha mudhii isaa ti;

6 Yeeyyiin xobbaallaa hoolaa wajjin jiraata;

7 Saan amaaketa wajjin soorata;

8 Daaʼimni boolla bofaa irra taphata;

9 Isaan tulluuwwan koo qulqulloota hunda irratti

10 Bara sana keessa hiddi Isseey akkuma faajjiitti uummataaf dhaabata; saboonni gara isaatti walitti qabamu; lafti inni boqotus ulfina qabeessa taʼa.

11 Gaafas Gooftaan yeroo lammaffaaf harka isaa diriirsee Asoor irraa, Gibxi Gadii irraa, Gibxi Olii irraa, Itoophiyaa irraa, Eelaam irraa, Baabilon irraa, Hamaatii fi biyyoota bishaan gidduu galaanaa irraa hambaawwan saba isaa walitti qabata.

12 Inni sabootaaf faajjii ol kaasee

13 Hinaaffaan Efreem ni bada;

14 Isaan karaa lixa biiftuutiin gatiittii Filisxeemitti gad buʼu;

15 Waaqayyo guutumaan guutuutti,

16 Akkuma gaafa isaan Gibxii baʼan // Israaʼeliif taʼe sana,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado