1 Ati gaafas akkana jetta:
2 Dhugumaan Waaqni fayyina koo ti;
3 Isin burqaa fayyinaa keessaa
4 Isin bara sana keessa akkana jettu:
5 Inni waan ulfina qabu hojjeteeraatii Waaqayyoon faarfadhaa;
6 Yaa saba Xiyoon, Qulqullichi Israaʼel // isin gidduutti guddaadhaatii