Isaías 10

GAZ

1 Warra seera jalʼaa baasan,

2 isaan murtii rakkattootaa jalʼisu;

3 Isin yeroo badiisni fagoodhaa dhufu

4 Warra boojiʼaman jala gugguufuu

5 “Asooricha isa ulee aarii kootii taʼeef,

6 Ani akka inni isaan saamuu fi boojiʼuuf

7 Garuu kun waan inni yaadu miti;

8 Innis akkana jedha; ‘Ajajjoonni koo hundinuu mootota mitii?

9 Kaalnoon akkuma Karkemiish mitii?

10 Akkuma harki koo mootummoota waaqota tolfamoo

11 ani waanan Samaariyaa fi fakkiiwwan ishee godhe sana

12 Gooftaan yeroo Tulluu Xiyoon irrattii fi Yerusaalem keessatti hojii isaa hunda fixatutti akkana jedha; “Ani sababii of jajuu garaa isaatii fi ilaalcha isaa kan of tuulummaan guutame sanaatiif jedhee mooticha Asoor nan adaba.

13 Inni akkana jedhaatii:

14 Akkuma namni tokko manʼee simbiraa keessa harka kaaʼu sana

15 Qottoon nama ittiin waa murutti ni kooraa?

16 Kanaafuu Gooftaan, Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu,

17 Ifni Israaʼel ibidda,

18 Akkuma namni tokko yeroo dhukkubsatu huqqatu sana,

19 Mukkeen bosona isaa keessatti hafan waan akka malee muraasa taʼaniif

20 Bara sana keessa hambaan Israaʼel,

21 Hambaan tokko, hambaan Yaaqoob

22 Yaa Israaʼel, yoo sabni kee

23 Gooftaan, Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu

24 Kanaafuu Gooftaan, Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

25 Aariin ani isinitti aare dafee qabbanaaʼa;

26 Waaqayyon Waan Hunda Dandaʼu sun,

27 Gaafas baʼaan isaanii gatiittii keessan irraa,

28 Isaan gara Ayyati seenan;

29 Isaan karaa qalʼaa irra baʼanii,

30 Yaa intala Galiim, iyyi!

31 Maadmenaan baqataa jirti;

32 Isaan harʼa Noob gaʼu;

33 Kunoo Gooftaan, Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu,

34 Inni bosona gobbuu qottoodhaan cira;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado