Isaías 9

GAZ

1 Warri rakkina guddaa keessa turan garuu siʼachi gadda keessa hin jiraatan. Inni duraan biyya Zebuuloonii fi biyya Niftaalem gad deebise; gara fuulduraatti garuu Galiilaa Namoota Ormaa kan Yordaanosiin gama, qarqara Daandii Galaanaa irra jiran sana ni kabaja.

2 Sabni dukkana keessa jiraatu ifa guddaa argeera;

3 Ati saba baayʼiftee

4 Ati akkuma bara Midiyaanin moʼatame sanaa,

5 Kopheen loltuun ittiin duulte hundi,

6 Mucaan nuuf dhalateera;

7 Babalʼinni mootummaa isaatii fi

8 Gooftaan dhaamsa tokko Yaaqoobitti ergeera;

9 Uummanni hundi,

10 “Xuubiiwwan diigamaniiru;

11 Kanaafuu Waaqayyo amajaajota Reziin isaanitti jabeesse;

12 Warri Sooriyaa gama baʼaatiin, // Filisxeemonni immoo gama lixaatiin

13 Sabni sun garuu gara isa isaan dhaʼe sanaatti hin deebine

14 Kanaafuu Waaqayyo Israaʼel irraa mataa fi eegee kuta;

15 maanguddoonnii fi kabajamoonni mataa dha;

16 Namoonni saba kana qajeelchan isaan dogoggorsu;

17 Kanaafuu Gooftaan dargaggootatti hin gammadu

18 Hamminni dhugumaan akka ibiddaa bobaʼa;

19 Dheekkamsa Waaqayyoo Waan Hunda Dandaʼuutiin // lafti ni gubatti;

20 Karaa mirgaatiin ni butatu;

21 Minaaseen Efreemin nyaata; Efreemis Minaasee nyaata;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado