Habacuque 2

GAZ

1 Ani iddoo koo dhaabadhee

2 Ergasii Waaqayyo akkana jedhee deebii kenne:

3 Mulʼanni kun yeroo murtaaʼe tokko eeggataatii;

4 “Kunoo inni of bokokseera;

5 dhugumaan inni daadhii wayiniitiin ni gowwoomfama;

6 “Isaan hundi isa tuffatanii itti kolfaa,

7 Warri liqii sirraa qaban akkuma tasaa sitti hin kaʼanii?

8 Sababii ati saba hedduu saamteef

9 “Nama buʼaa hin malleen mana ijaarratu

10 Ati lubbuu nama baayʼee galaafachuudhaaf,

11 Dhagaawwan keenyan keessaa iyyu;

12 “Nama dhiiga dhangalaasuudhaan magaalaa ijaaruuf,

13 Akka dadhabbiin namaa akkuma qoraan ibiddaa taʼe,

14 Akkuma bishaan galaana guutu sana

15 “Nama qullaa dhagna ollaa isaa ilaaluuf jedhee

16 Ati qooda ulfinaa qaaniidhaan guutamta.

17 Fincilli ati Libaanoonitti hojjete si liqimsa;

18 “Waaqni tolfamaan ogeessa harkaatiin soofamu

19 Nama mukaan, ‘Dammaqi!’

20 Waaqayyo garuu mana qulqullummaa isaa // qulqulluu sana keessa jira;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado