Habacuque 1

GAZ

1 Raajii Anbaaqoom raajichi arge.

2 Yaa Waaqayyo, ani hamma yoomiittin gargaarsaaf // sitti iyyadha?

3 Ati maaliif akka ani murtii dabe argu na goota?

4 Kanaafuu seerri laamshaʼeera;

5 “Saboota hubadhaa ilaalaa;

6 Ani warra Baabilon,

7 Isaan saba sodaatamuu fi naasisuu dha;

8 Fardeen isaanii qeerransa caalaa saffisu;

9 isaan hundinuu jeequmsaaf dhufu.

10 Isaan mootota tuffatanii

11 Ergasii namoonni yakka hojjetan kanneen humna isaanii // waaqa isaanii godhatan,

12 Yaa Waaqayyo, ati bara baraa jalqabdee jirta mitii?

13 Iji kee akka waan hamaa hin ilaalleef akka malee qulqulluu dha;

14 Ati namoota akka qurxummii galaana keessaa,

15 Diinni hokkoodhaan isaan hunda ol baasa;

16 Inni sababii kiyyoo isaatiin bashannanee

17 Inni kiyyoo isaa keessaa garagalchuudhaan,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado