Cânticos 4

GAZ

1 Yaa bareedduu ko, ati akkam miidhagda!

2 Ilkaan kee akkuma karra hoolotaa kan rifeensi irraa haadamee

3 Hidhiin kee akkuma kirrii bildiimaa ti;

4 Mormi kee gamoo Daawit

5 Guntunni kee lamaan akkuma ilmoolee kuruphee

6 Hamma bariʼee gaaddisni baduutti,

7 Yaa jaalallee ko, ati guutumaan guutuutti bareedduu dha;

8 Yaa misirrittii ko, Libaanoonii na wajjin kottu;

9 Yaa obboleettii ko, yaa misirrittii ko, ati qalbii koo hatteerta;

10 Yaa obboleettii ko, yaa misirrittii ko, // jaalalli kee akkam nama gammachiisa!

11 Yaa misirrittii ko,

12 Yaa obboleettii ko, yaa misirrittii ko,

13 Biqiltuun kee iddoo roomaanii

14 akkasumas naardoosii fi marga urgaaʼu,

15 Ati burqaa biqiltuu keessaa ti;

16 Yaa bubbee kaabaa dammaqi;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado