1 Ani halkan guutuu siree koo irra ciisee
2 Ani amma kaʼeen magaalaa keessa,
3 Eegdonni utuu magaalaa keessa naannaʼanuu na argan;
4 Ani akkuman xinnoo isaan bira darbeen,
5 Yaa intallan Yerusaalem,
6 Isheen qumbii fi ixaana
7 Kunoo! Siree Solomoon kan loltoota jaatama
8 Hundi isaanii goraadee hidhatu;
9 Solomoon mootichi ofii isaatii gaarii tolfate;
10 Inni utubaa isaa meetiidhaan hojjete;
11 Yaa intallan Xiyoon gad baʼaatii Solomoon Mooticha ilaalaa;