1 Yaa obboleettii ko, misirrittii ko, // ani dhufee biqiltuu koo seeneera;
2 Ani rafeera; garaan koo garuu dammaqeera.
3 Ani uffata koo of irraa baaseera;
4 Michuun koo qaawwa balbalaatiin harka galche;
5 Ani michuu kootiif balbala banuuf nan kaʼe;
6 Ani michuu kootiif balbala nan bane;
7 Eegdonni utuu magaalaa keessa naannaʼanuu na argan.
8 Yaa intallan Yerusaalem,
9 Yaa ishee dubartoota hunda caalaa bareeddu,
10 Michuun koo diimaa cululuqaa dha;
11 Mataan isaa warqee akka malee qulqulluu dha;
12 Iji isaa akkuma gugee burqaa bishaanii biraa
13 Maddiin isaa akkuma madabii biqiltuu urgooftuu kan shittoo baasuu ti.
14 Harki isaa ulee warqee
15 Miilli isaa utubaa dhagaa adii
16 Dubbiin isaa waan hunda caalaa miʼaawaa dha;