1 Crônicas 3

GAZ

1 Isaan kunneen ilmaan Daawit Kebroonitti dhalchee dha:

2 sadaffaan Abesaaloom isa Maʼakaan intalli Talmaay mooticha Geshuur deessee dha;

3 shanaffaan Shefaaxiyaa ilma Abiixaal;

4 Isaan jaʼaan kunneen warra yeroo Daawit Kebroonitti waggaa torbaa fi walakkaa mootii turetti isaaf dhalatanii dha.

5 ijoolleen achitti isaaf dhalatanis kanneenii dha:

6 Akkasumas ilmaan biraa qaba ture; isaanis: Yibehaar, Eliishuuwaa, Eliiphelexi,

7 Noogaa, Nefeg, Yaafiiyaa,

8 Eliishaamaa, Eliyaadaa fi Eliiphelexi; isaanis walumatti ilmaan sagal turan.

9 Ilmaan saajjatoowwan isaa irraa dhalataniin alatti isaan kunneen ilmaan Daawit turan. Taamaar immoo obboleettii isaanii turte.

10 Ilmi Solomoon Rehooboʼaam;

11 ilmi Yehooshaafaax Yehooraam;

12 ilmi Yooʼaash Amasiyaa;

13 ilmi Yootaam Aahaaz;

14 ilmi Minaasee Aamoon;

15 Ilmaan Yosiyaas:

16 Ilmaan Yehooyaaqiim:

17 Ilmaan Yehooyaakiin isa boojiʼame sanaa:

18 Malkiiraam, Phedaayaa, Shenaaxaar, Yeqameyaa, Hooshaamaa fi Nedaabiyaa.

19 Ilmaan Phedaayaa:

20 Akkasumas ijoollee gara biraa shanitu ture; isaanis: Hashubaa, Oohel, Berekiyaa, Hasadiyaa fi Yooshab-Heseed.

21 Ilmaan Hanaaniyaa:

22 Ilmaan Shekaaniyaa:

23 Ilmaan Naʼaariyaa:

24 Ilmaan Eliiyooʼeenayi:

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado