1 Crônicas 2

GAZ

1 Ilmaan Israaʼel warra kanneenii dha: Ruubeen, Simiʼoon, Lewwii, Yihuudaa, Yisaakor, Zebuuloon,

2 Daan, Yoosef, Beniyaam, Niftaalem, Gaadii fi Aasheer.

3 Ilmaan Yihuudaa:

4 Taamaar niitiin ilma Yihuudaa Faaresii fi Zaaraa Yihuudaaf deesse.

5 Ilmaan Faares:

6 Ilmaan Zaaraa:

7 Ilma Karmii:

8 Ilma Eetaan:

9 Ilmaan Hezroon:

10 Raam abbaa Abiinaadaab ture;

11 Nahishoon abbaa Salmaan;

12 Boʼeez abbaa Oobeedi;

13 Ilmaan Isseey:

14 Afuraffaan Naatnaaʼel,

15 jaʼaffaan Oozem,

16 Obboleettonni isaanii immoo Zeruuyaa fi Abiigayiil turan.

17 Abiigayiil haadha Amaasaa kan abbaan isaa Yeteer nama gosa Ishmaaʼeel sanaa ti.

18 Kaaleb ilmi Hezroon niitii isaa Azuubaa fi Yeriʼooti irraa ijoollee dhalche. Ilmaan Aazubaa kanneen turan:

19 Kaalebis Azuubaan duunaan Efraataa fuudhe. Isheenis Huurin isaaf deesse.

20 Huuri abbaa Uuri; Uuri immoo abbaa Bezaliʼeel.

21 Ergasii Hezroon yommuu umuriin isaa waggaa jaatama guutetti intala abbaa Giliʼaad intala Maakiir fuudhe; isheenis Seguubin isaaf deesse.

22 Seguub immoo abbaa Yaaʼiir ture; innis biyya Giliʼaad keessaa magaalaawwan digdamii sadii qaba ture.

23 Geshuurii fi Arraam, magaalaa Yaaʼiir akkasumas Qeenaatii fi gandoota naannoo ishee jiraniin walitti magaalaawwan jaatama irraa fudhatan.

24 Hezroon erga Kaaleb Efraataatti duʼee booddee, niitiin isaa Abiyaan Ashihuur abbaa Teqooʼaa deesseef.

25 Ilmaan Yeramiʼeel ilma Hezroon hangafticha sanaa:

26 Yeramiʼeel niitii biraa kan Aaxaaraa jedhamtu qaba ture; isheenis haadha Oonaam turte.

27 Ilmaan Raam ilma Yeramiʼeel hangafticha sanaa:

28 Ilmaan Oonaam:

29 Niitiin Abiishur Abiihaayil jedhamti; isheenis Ahibaanii fi Mooliid isaaf deesse.

30 Ilmaan Naadaab:

31 Ilma Afayiim:

32 Ilmaan Yaadaa kan obboleessa Shamaayi:

33 Ilmaan Yoonaataan:

34 Sheeshaan intallan malee ilmaan hin qabu ture.

35 Sheeshaan tajaajilaa isaa Yarihaatti intala isaa ni heerumsiise; isheenis Ataayin deesseef.

36 Ataayi abbaa Naataan;

37 Zaabaad abbaa Eflaal;

38 Oobeedi abbaa Yehuu;

39 Azaariyaa abbaa Heleez;

40 Eleʼaasaan abbaa Sismaayi;

41 Shaluum abbaa Yeqameyaa ti;

42 Ilmaan Kaaleb obboleessa Yeramiʼeel:

43 Ilmaan Kebroon:

44 Shemaan abbaa Raham;

45 Shamaayi abbaa Maaʼoon;

46 Eefaan saajjatoon Kaaleb sun haadha

47 Ilmaan Yaahidaay:

48 Maʼakaan saajjatoon Kaaleb sun haadha

49 Isheen akkasumas Shaʼaaf abbaa Madmaanaa,

50 Isaan kunneen sanyiiwwan Kaaleb turan.

51 Salmaan abbaa Beetlihem, Haareef abbaa Beet Gaadeer.

52 Sanyiiwwan Sobaal kan abbaa Kiriyaati Yeʼaariim:

53 akkasumas gosti Kiriyaati Yeʼaariim, Yitraawonni, Fuutonni, Shumaatonni, Mishiraawonni, Zoraatotaa fi Eshitaaʼoloonni gosoota isaan kanneen keessaa dhalatanii dha.

54 Sanyiiwwan Salmaan:

55 balbala barreessitootaa kanneen Yaabeex keessa jiraatan: Tiraatota, Shimeʼaatotaa fi Sukaatota. Isaan kunneen Qeenota mana abbaa Rekaab Hamaati keessaa dhalatanii dha.

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado