1 Crônicas 1

GAZ

1 Addaam, Seeti, Enoosh,

2 Qeenaan, Mahalaleel, Yaared,

3 Henook, Matuuselaa, Laameh,

4 Ilmaan Noh: Seem, Haam, Yaafet:

5 Ilmaan Yaafet:

6 Ilmaan Goomer:

7 Ilmaan Yaawaan:

8 Ilmaan Haam:

9 Ilmaan Kuushi:

10 Kuushi abbaa Naamruud;

11 Misrayim immoo abbaa

12 Fatrusiimotaa, Kaseluhiimotaa jechuunis warra Filisxeemonni irraa dhalatanii fi Kaftooriimotaa ti.

13 Kanaʼaan abbaa

14 Yebuusotaa, Amoorotaa, Girgaashotaa,

15 Hiiwotaa, Arkaawotaa, Siinotaa,

16 Arwaadewotaa, Zemaarotaatii fi Hamaatotaa ture.

17 Ilmaan Seem:

18 Arfaakshad Sheelaa dhalche;

19 Eeberiifis ilmaan lamatu dhalate:

20 Yooqxaan immoo

21 Hadooraam, Uuzaal, Diqlaa,

22 Eebaal, Abiimaaʼeel, Shebaa,

23 Oofiir, Hawiilaa fi Yoobaabin dhalche. Warri kunneen hundinuu ilmaan Yooqxaanii ti.

24 Seem, Arfaakshadi, Sheelaa,

25 Eeberi, Felegi, Reʼuu,

26 Seruugi, Naahoor, Taaraa,

27 akkasumas Abraam kan Abrahaam jedhame sanaa dha.

28 Ilmaan Abrahaam: Yisihaaqii fi Ishmaaʼeel.

29 Sanyiiwwan isaanii warra kanneenii dha:

30 Mishmaa, Duumaa, Maasaa, Hadaad, Teemaa,

31 Yexuur, Naafiishii fi Qeedmaa.

32 Ilmaan Qexuuraan saajjatoon Abrahaam sun deesse:

33 Ilmaan Midiyaan:

34 Abrahaam abbaa Yisihaaq.

35 Ilmaan Esaawu:

36 Ilmaan Eliifaaz:

37 Ilmaan Reʼuuʼeel:

38 Ilmaan Seeʼiir:

39 Ilmaan Looxaan:

40 Ilmaan Sobaal:

41 Ilmi Aannaa:

42 Ilmaan Eezeri:

43 Mootonni utuu mootiin Israaʼel tokko iyyuu hin moʼin dura Edoom keessatti moʼan kanneen turan:

44 Belaa duunaan Yoobaab ilmi Zeraa namichi Bozraa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.

45 Yoobaab duunaan Hushaam namichi biyya Teemaan iddoo isaa buʼee mootii taʼe.

46 Hushaam duunaan Hadaad ilmi Bedad inni biyya Moʼaabitti Midiyaanin moʼate sun iddoo isaa buʼee mootii taʼe. Maqaan magaalaa isaa Aawiit jedhame.

47 Hadaad duunaan Samlaan namichi Masreeqaa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.

48 Samlaan duunaan Shaawul namichi biyya Rehoobooti ishee laga bira jirtu sanaa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.

49 Shaawul duunaan Baʼaal-Haanaan ilmi Akboor iddoo isaa buʼee mootii taʼe.

50 Baʼaal-Haanaan duunaan immoo Hadaad iddoo isaa buʼee mootii taʼe. Magaalaan isaas Faaʼuu jedhame. Maqaan niitii isaa immoo Maheexabiʼeel jedhama ture; isheenis intala Maxreed, intala Mee-Zaahaab turte.

51 Hadaadis ni duʼe.

52 Oholiibaamaa, Eelaa, Phiinoon,

53 Qenaz, Teemaan, Mibzaar,

54 Magidiiʼeelii fi Iiraam.

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado