1 Raajiin dubbii Waaqayyoo biyya Hadraakitti ni dhufa;
2 akkasumas gara Hamaati ishee daangaa irraa,
3 Xiiroos daʼannoo jabaa ijaarratteerti;
4 Gooftaan garuu qabeenya ishee irraa fuudhee humna ishee
5 Ashqaloon waan kana argitee ni sodaatti;
6 Namoonni ormaa Ashdoodin ni qabatu;
7 Ani dhiiga afaan isaanii keessa jiru,
8 Ani garuu loltuu cabsitee seentu
9 Yaa Intala Xiyoon ati guddisii gammadi!
10 Ani gaariiwwan lolaa Efreem keessaa,
11 Siʼi immoo, sababii dhiiga kakuu ani si wajjin qabuutiif
12 Yaa hidhamtoota abdii qabdan, daʼannoo keessanitti deebiʼaa;
13 Ani akkan iddaa koo dabsadhutti Yihuudaa dabsee
14 Waaqayyo isaan irratti ni mulʼata;
15 Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu isaan eega.
16 Akkuma tikseen bushaayee isaa oolchu sana,
17 Isaan akkam nama hawwatu! Akkamis miidhagu!