Zacarias 10

GAZ

1 Yeroo bokkaa isa booddeetti akka inni bokkaa isiniif kennuuf // Waaqayyoon kadhadhaa;

2 Waaqonni tolfamoon gowwoomsaa dubbatu;

3 “Aariin koo tiksootatti bobaʼeera;

4 Yihuudaa keessaa dhagaan golee,

5 Isaan akkuma namoota jajjaboo

6 “Ani mana Yihuudaa nan jajjabeessa;

7 Efreemonni akkuma namoota jajjaboo taʼu;

8 Ani siiqsee

9 Yoo ani saboota gidduutti

10 Ani biyya Gibxiitii deebisee isaan nan fida;

11 Inni galaana rakkinaa keessa darba;

12 Ani Waaqayyoon isaan nan jabeessa;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado