Salmos 91

GAZ

1 Namni daʼoo Waaqa Waan Hundaa Olii keessa jiraatu,

2 Anis Waaqayyoon, “Inni iddoo ani itti kooluu galuu fi // daʼannoo koo ti;

3 Inni dhugumaan kiyyoo adamsaa jalaa,

4 Inni baallee isaatiin si dhoksa;

5 Atis naasuu halkanii,

6 golfaa dukkana keessa deemu,

7 Kumni tokko si cinatti,

8 Ati ijuma kee qofaan ilaalta;

9 Ati waan Waaqayyoon iddoo kooluu itti galtu,

10 wanni hamaan si hin tuqu;

11 Inni akka isaan karaa kee hunda irratti si eeganiif,

12 isaanis akka miilla keetiin dhagaatti hin buuneef

13 Ati leencaa fi buutii irra ejjetta;

14 Waaqayyos akkana jedha;

15 Inni na waammata; anis nan deebisaaf;

16 Ani umurii dheeraa isa nan quufsa;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado