Salmos 80

GAZ

1 Yaa tiksee saba Israaʼel,

2 Fuula Efreem, Beniyaamii fi Minaasee duratti

3 Yaa Waaqi, iddoo keenyatti nu deebisi;

4 Yaa Waaqayyo, Waaqa Waan Hunda Dandeessu,

5 Ati buddeena imimmaanii isaan nyaachifte;

6 Ati akka olloonni keenya nu tuffatan goote;

7 Yaa Waaqa Waan Hunda Dandeessu, // iddoo keenyatti nu deebisi;

8 Ati muka wayinii biyya Gibxii buqqiftee fidde;

9 Mukichaafis lafa qopheessite;

10 Tulluuwwan gaaddisa isaatiin,

11 Innis dameewwan isaa gara Galaanaatti,

12 Yoos ati maaliif akka namni achiin darbu hundinuu

13 Kormi booyyee bosona keessaa baʼee isa ni balleessa;

14 Yaa Waaqa Waan Hunda Dandeessu, // si kadhannaa gara keenyatti deebiʼi!

15 mukni kun muka wayinii kan harki kee mirgaa dhaabee dha;

16 Wayiniin kee ciramee ibiddaan gubameera;

17 Harki kee namicha karaa harka kee mirgaa jiru irra,

18 Yoos nu sirraa hin garagallu;

19 Yaa Waaqayyo, Waaqa Waan Hunda Dandeessu

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado