Salmos 69

GAZ

1 Yaa Waaqi, ati na baasi;

2 Ani raaree keessa, lafa iddoon miilla dhaabatan

3 Ani iyyuudhaan dadhabeera;

4 Warri lafumaa kaʼanii na jibban

5 Yaa Waaqi, ati gowwummaa koo ni beekta;

6 Yaa Gooftaa, Waaqayyo Waan Hunda Dandeessu,

7 Ani siif jedhee tuffii obseeraatii;

8 Ani obboloota kootti keessummaa,

9 Hinaaffaan mana keetii na guggubeeraatii;

10 Booʼuu fi soomuun koo,

11 Yommuu ani wayyaa gaddaa uffadhetti,

12 Warri karra dura tataaʼan natti qoosu;

13 Ani garuu yaa Waaqayyo,

14 Akka ani hin liqimfamneef,

15 Ati akka lolaan na hin fudhanne,

16 Yaa Waaqayyo, gaarummaa jaalala keetiitiin // deebii naaf kenni;

17 Fuula kee tajaajilaa kee duraa hin dhokfatin;

18 Natti dhiʼaadhuutii na furi;

19 Ati akka ani hammam tuffatamee,

20 Arrabsoon garaa koo cabse;

21 Nyaata kootti hadhooftuu makan;

22 Maaddiin isaanii iddaa isaanitti haa taʼu;

23 Akka arguu hin dandeenyeef iji isaanii haa haguuggamu;

24 Dheekkamsa kee isaan irratti dhangalaasi;

25 Qeʼeen isaanii haa onu;

26 Isaan warra ati madeessite sana ni ariʼatuutii;

27 Yakka irratti yakka isaanitti dabali;

28 Maqaan isaanii kitaaba jireenyaa keessaa haa haqamu;

29 Ani garuu dhiphinaa fi rakkina keessan jira;

30 Ani faarfannaadhaan maqaa Waaqaa nan galateeffadha;

31 Kunis sangaa caalaa, korma gaanfaa fi

32 Hiyyeeyyiin waan kana arganii ni gammadu;

33 Waaqayyo rakkattoota ni dhagaʼa;

34 Samii fi lafti, galaanonnii fi

35 Waaqni Xiyoonin ni fayyisaatii;

36 Sanyiin tajaajiltoota isaa magaalattii ni dhaalu;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado