Salmos 60

GAZ

1 Yaa Waaqi, ati nu gatteerta; nu caccabsiteertas;

2 Ati lafa sochoofteerta; tarsaaftees afaan bansiifteerta;

3 Ati akka sabni kee waan hamaadhaan dhiphatu gooteerta;

4 Akka isaan iddaa jalaa gara isaatti baqataniif,

5 Akka warri ati jaallattu furamaniif,

6 Waaqni iddoo qulqullummaa isaatii akkana jedhee dubbateera;

7 Giliʼaad kan koo ti; Minaaseenis kan koo ti.

8 Moʼaab caabii dhiqannaa koo ti;

9 Eenyutu magaalaa jabeeffamtee ijaaramtetti na fida?

10 Yaa Waaqi, kan nu gatte suma mitii?

11 Diina keenya of irraa dhowwuu nu gargaar;

12 Nu Waaqa wajjin ni moʼanna;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado