Salmos 59

GAZ

1 Yaa Waaqi, diinota koo jalaa na baasi;

2 Warra hammina hojjetan jalaa na baasi;

3 Ilaa, isaan riphanii na eeggachaa jiruu!

4 Ani balleessaa tokko illee hin hojjennee;

5 Yaa Waaqayyo, Waaqa Waan Hunda Dandaʼu,

6 Isaanis galgala galgala deebiʼanii,

7 Waan isaan afaan isaaniitii baasan ilaali;

8 Yaa Waaqayyo, ati garuu isaanitti kolfita;

9 Yaa Jabina ko, ani sin eeggadha;

10 Waaqa na jaallatuu dha.

11 Yaa Gooftaa, yaa gaachana keenya,

12 Sababii cubbuu afaan isaaniitiif,

13 dheekkamsaan isaan balleessi;

14 Isaanis galgala galgala deebiʼanii,

15 Isaan waan nyaatan barbaacha asii fi achi jooru;

16 Ani garuu waaʼee jabina keetii nan faarfadha;

17 Yaa Jabina ko, ani faarfannaa galataa siifin faarfadha;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado