Salmos 44

GAZ

1 Yaa Waaqi, waan ati bara durii,

2 Ati harka keetiin saboota ariitee baafte;

3 Harka kee mirgaatiin, irree keetii fi ifa fuula keetiitiin dhaalan malee

4 Ati Mootii koo fi Waaqa koo

5 Nu siin diinota keenya duubatti deebifna;

6 Ani iddaa koo hin amanadhu;

7 ati garuu diinota keenya jalaa nu oolchita;

8 Nu yeroo hundumaa Waaqaan dhaadanna;

9 Amma garuu ati nu gatteerta; gadis nu deebifteerta;

10 Akka nu diinota keenya baqannu nu gooteerta;

11 Ati akka hoolota qalamuuf qopheeffamanii nu gooteerta;

12 Saba kee gatii xinnaatti gurgurteerta;

13 Ollaa keenya duratti nama kolfaa,

14 Ormoota keessatti waan mammaaksaa nu goote;

15 Salphinni koo guyyaa guutuu fuula koo dura jira;

16 Kunis sababii dubbii warra na tuffataniitii fi warra na arrabsaniitiif,

17 Kun hundi nutti dhufeera;

18 Garaan keenya dugda duubatti hin deebine;

19 Ati garuu iddoo waangoonni jiraatanitti nu caccabsite;

20 Utuu nu maqaa Waaqa keenyaa irraanfannee,

21 silaa Waaqni waan kana bira hin gaʼu turee?

22 Nu siif jennee guyyaa guutuu ni ajjeefamna;

23 Yaa Gooftaa dammaqi! Ati maaliif rafta?

24 Ati maaliif fuula kee dhokfatta?

25 Lubbuun keenya biyyootti dabalamteertii;

26 Kaʼiitii nu gargaar; sababii jaalala kee

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado