Salmos 116

GAZ

1 Ani Waaqayyoon nan jaalladha;

2 Sababii inni gurra isaa gara kootti deebiseef,

3 Kiyyoon duʼaa na marse;

4 Anis, “Yaa Waaqayyo na oolchi!” jedhee

5 Waaqayyo arjaa fi qajeelaa dha;

6 Waaqayyo garraamota ni eega;

7 Yaa lubbuu ko, boqonnaa keetti deebiʼi;

8 Ati yaa Waaqayyo lubbuu koo duʼa irraa,

9 ani biyya warra jiraatoo keessa,

10 Ani yeroo, “Ani baayʼee dhiphadheera” jedhetti,

11 Ani yommuun burjaajaʼetti,

12 Waan gaarii inni naa godhe hundaaf,

13 Ani xoofoo fayyinaa ol kaasee

14 Fuula saba isaa hundumaa duratti,

15 Duuti qulqulloota isaa,

16 Yaa Waaqayyo, ani dhugumaan tajaajilaa kee ti;

17 Ani aarsaa galataa siif nan dhiʼeessa;

18 Iddoo sabni isaa hundi jirutti,

19 yaa Yerusaalem si keessatti,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado