1 Nuuf miti; yaa Waaqayyo, nuuf miti;
2 Saboonni maaliif,
3 Waaqni keenya samii keessa jira;
4 Waaqonni isaanii tolfamoon garuu meetii fi
5 Isaan afaan qabu; garuu dubbachuu hin dandaʼan;
6 gurra qabu; garuu dhagaʼuu hin dandaʼan;
7 harka qabu; garuu qaqqabachuu hin dandaʼan;
8 Warri isaan tolchan
9 Yaa mana Israaʼel, Waaqayyoon amanadhu;
10 Yaa mana Aroon, Waaqayyoon amanadhu;
11 Isin warri isa sodaattan, Waaqayyoon amanadhaa;
12 Waaqayyo nu yaadata; nu eebbisas;
13 inni warra Waaqayyoon sodaatan,
14 Waaqayyo, isinii fi
15 Waaqayyo samii fi
16 Samiin samiiwwanii oliis kan Waaqayyoo ti;
17 Warri duʼan yookaan warri gara iddoo calʼisanitti gad buʼan
18 nu garuu ammaa jalqabnee bara baraan