Oséias 7

GAZ

1 yeroo ani Israaʼelin fayyisutti

2 isaan garuu akka ani jalʼina isaanii hunda

3 “Isaan hammina isaaniitiin mootii,

4 Isaan hundinuu ejjitoota,

5 Guyyaa ayyaana mootii keenyaatti

6 Akkuma badaa ibiddaatti garaa isaanii qopheessaniiru;

7 Hundi isaanii akkuma badaa ibiddaa hoʼu;

8 “Efreem sabootaan walitti makama;

9 Namoonni ormaa humna isaa nyaatan;

10 Of tuulummaan Israaʼel dhugaa isatti baʼa;

11 “Efreem akkuma gugee

12 Yommuu isaan deeman ani kiyyoo koo isaan irra nan buusa;

13 Waan narraa goraniif

14 Isaan garaa isaanii guutuudhaan gara kootti hin iyyatan;

15 Ani leenjiseen irree isaanii jajjabeesse;

16 Isaan gara Waaqa Waan Hundaa Oliitti hin deebiʼan;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado