1 “Isin luboonni waan kana dhagaʼaa!
2 Finciltoonni ajjeechaatti jabaataniiru.
3 Ani waaʼee Efreem hunda beeka;
4 “Hojiin isaanii akka isaan gara Waaqa isaaniitti
5 Of tuulummaan Israaʼel dhugaa isaanitti baʼa;
6 Isaan yommuu Waaqayyoon barbaaduudhaaf
7 Isaan Waaqayyoof amanamoo miti;
8 “Gibeʼaa keessatti malakata,
9 Guyyaa ifannaatti
10 Bulchitoonni Yihuudaa
11 Efreem sababii waaqota tolfamoo
12 Ani Efreemitti akka bilii,
13 “Yommuu Efreem dhukkuba isaa,
14 Ani Efreemitti akkuma leencaa,
15 Ergasii ani hamma isaan