Oséias 4

GAZ

1 Yaa Israaʼeloota, Waaqayyo isin warra biyyattii keessa jiraattan irratti

2 Abaaruu, sobuu fi ajjeesuu,

3 Sababii kanaaf biyyattiin ni gadditi;

4 “Garuu namni tokko iyyuu dubbii hin kaasin;

5 Ati halkanii fi guyyaa gufatta;

6 sabni koo beekumsa dhabuudhaan badeera.

7 Luboonni akkuma baayʼachaa deemaniin,

8 Isaan cubbuu saba kootii nyaatu;

9 Wanni kunis akkuma sabaa, akkuma lubootaa taʼa.

10 “Isaan ni nyaatu; garuu hin quufan;

11 sagaagaltummaatti,

12 Sabni koo waaqa muka irraa tolfame gorsa gaafata;

13 Isaan fiixeewwan tulluu irratti qalma,

14 “Sababii warri dhiiraa iyyuu sagaagaltummaatti deebiʼanii

15 “Yaa Israaʼel, ati yoo ejja hojjette illee

16 Israaʼeloonni akkuma goromsa

17 Efreem waaqota tolfamootti galeera;

18 Dhugaatiin isaanii yoo dhume iyyuu

19 Bubbeen hamaan haxaaʼee isaan balleessa;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado