1 Efreem bubbee nyaata;
2 Waaqayyo waan Yihuudaa himatu qaba;
3 Inni gadameessa keessatti koomee obboleessa isaa qabe;
4 Inni ergamaa Waaqaa wajjin walʼaansoo qabee moʼate;
5 Waaqayyo Waaqa Waan Hunda Dandaʼu,
6 Ati garuu Waaqa keetti deebiʼi;
7 Daldalaan madaalii sobaa ofi harkaa qabu
8 Efreem akkana jedhee boona;
9 “Ani Waaqayyo Waaqa kee
10 Ani raajotatti dubbadhee
11 Giliʼaad hamaadhaa?
12 Yaaqoob gara Sooriyaatti baqate;
13 Waaqayyo biyya Gibxiitii Israaʼelin baasuuf // raajiitti fayyadame;
14 Efreem garuu aarii isaa guddicha kakaase;