1 “Yeroo sanatti” jedha Waaqayyo, “Ani balbala Israaʼel hundaaf Waaqa nan taʼa; isaanis saba koo ni taʼu.”
2 Waaqayyo akkana jedha:
3 Waaqayyo fagoodhaa natti mulʼatee akkana jedhe:
4 Yaa Israaʼel durba qulqullittii, ani amma illee sin ijaara;
5 Ati amma illee gaarran
6 Guyyaa itti eegdonni
7 Waaqayyo akkana jedha:
8 Kunoo, ani biyya kaabaatii isaan nan fida;
9 Isaanis booʼaa dhufu;
10 “Yaa saboota, dubbii Waaqayyo dhagaʼaa;
11 Waaqayyo Yaaqoobin fureera,
12 Isaan ni dhufanii gaarran Xiyoon irrattis gammadanii ililchu;
13 Ergasiis shamarran ni shuubbisu; ni gammadu;
14 Ani arjummaadhaan luboota nan quubsa;
15 Waaqayyo akkana jedha:
16 Waaqayyo akkana jedha:
17 Kanaafuu galgalli kee abdii qaba”
18 “Ani dhugumaan Efreemii akkana jedhee booʼu dhagaʼeera:
19 Ani ergan duubatti deebiʼee booddee,
20 Efreem ilma koo jaallatamaa,
21 “Ati mallattoo daandii dhaabbadhu;
22 Yaa intala hin amanamne,
23 Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu, Waaqni Israaʼel akkana jedha: “Yeroo ani boojiʼamtoota isaanii deebisutti namoonni biyya Yihuudaatii fi magaalaawwan ishee keessa jiraatan amma illee yeroo tokko, ‘Yaa iddoo murtiin qajeelaan jiraatu, yaa tulluu qulqulluu, Waaqayyo si haa eebbisu’ jedhanii dubbatu.
24 Biyya Yihuudaatii fi magaalaawwan isaa hunda keessa namoonni jechuunis qonnaan bultoonnii fi warri bushaayee fudhatanii asii fi achi nanaannaʼan tokkummaadhaan achi keessa jiraatu.
25 Ani warra dadhaban nan jajjabeessa; warra gaggaban illee nan bayyanachiisa.”
26 Kana irratti ani dammaqee asii fi achi nan ilaale. Hirribni koos natti miʼaawee ture.
27 “Barri ani itti mana Israaʼelii fi mana Yihuudaa sanyii namaatii fi sanyii horiitiin guutu tokko ni dhufa” jedha Waaqayyo.
28 “Ani akkuman isaan buqqisuu fi diiguuf, isaan garagalchuuf, isaan barbadeessuu fi badiisa isaanitti fiduuf isaan ilaale sana akkasuma immoo isaan ijaaruu fi isaan dhaabuuf gara isaanii nan ilaala” jedha Waaqayyo.
29 “Bara sana keessa namoonni lammata,
30 Qooda kanaa tokkoon tokkoon namaa cubbuu ofii isaatiin duʼa; nama ija wayinii dhangaggaaʼaa nyaatu kam iyyuu ilkaanuma isaatu hadooda.
31 “Yeroon ani itti mana Israaʼel wajjin,
32 “Kakuun kunis kakuu ani,
33 “Kakuun ani yeroo sana booddee
34 Sababii hundi isaanii,
35 Waaqayyo akkana jedha;
36 “Yoo seerri kun fuula koo
37 Waaqayyo akkana jedha:
38 Waaqayyo akkana jedha: “Barri itti magaalaan kun gamoo Hanaaniʼeeliitii jalqabee hamma Karra Goleetti deebiʼee naaf ijaaramu tokko ni dhufa.
39 Funyoon safaraas achii kaʼee gara tulluu Gaareebitti qajeelee gara Goʼaatti diriirfama.
40 Sululli reeffii fi daaraan itti gatamu guutuun, karaa baʼaas sulula Qeedroon qabatee dirreen hamma Karra Fardaatti jiru hundi Waaqayyoof ni qulqulleeffama. Magaalaan kun gonkumaa lammaffaa hin buqqifamtu yookaan hin diigamtu.”