Jeremias 30

GAZ

1 Dubbiin Waaqayyo biraa gara Ermiyaas dhufe isa kanaa dha:

2 “Waaqayyo Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Dubbii ani sitti dubbadhe hunda kitaabatti barreessi.

3 Barri tokko ni dhufa’ jedha Waaqayyo; ‘Innis yeroo ani itti saba koo Israaʼelii fi Yihuudaa boojuudhaa deebisee biyya ani akka isaan dhaalaniif abbootii isaaniitiif kenne sanatti isaan galchuu dha,’ jedha Waaqayyo.”

4 Dubbiin Waaqayyo waaʼee Israaʼelii fi Yihuudaa dubbate kanaa dha:

5 “Waaqayyo akkana jedha:

6 Mee iyyaafadhaa ilaalaa:

7 Guyyaan sun akkam sodaachisaa taʼa!

8 “ ‘Guyyaa sana’ jedha Waaqayyoo Waan Hunda Dandaʼu,

9 Qooda kanaa isaan Waaqayyo Waaqa isaaniitii fi

10 “ ‘Kanaafuu yaa tajaajilaa koo Yaaqoob, ati hin sodaatin;

11 Ani si baasuuf si wajjinan jiraatii’

12 “Waaqayyo akkana jedha:

13 Namni siif falmu tokko iyyuu hin jiru;

14 Michoonni kee hundi si dagataniiru;

15 Ati maaliif madaa keetii fi

16 “ ‘Warri si nyaatan hundi garuu ni nyaatamu;

17 Ani garuu fayyaa kee siifin deebisa;

18 “Waaqayyo akkana jedha:

19 Faarfannaan galataatii fi sagaleen gammachuu

20 Ijoolleen isaanii akka warra jabana durii taʼu;

21 Hoogganaan isaanii namuma isaanii taʼa;

22 ‘Akkasiin isin saba koo ni taatu;

23 Kunoo, bubbeen Waaqayyoo,

24 Aariin Waaqayyoo, sodaachisaan sun

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado