1 Dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara koo dhufe;
2 “Dhaqiitii gurra Yerusaalemiitti akkana jedhii labsi:
3 Israaʼel kan Waaqayyoof qulqulloofte sun,
4 Yaa mana Yaaqoob,
5 Waaqayyo akkana jedha:
6 Isaanis, ‘Waaqayyo inni Gibxii nu baasee,
7 Ani akka isin ija ishee nyaattanii midhaan isheetti gammaddaniif
8 Luboonnis, ‘Waaqayyo eessa jira?’
9 “Kanaafuu ani amma iyyuu isin wajjin falmii qaba”
10 Mee gara qarqara Kitiimitti ceʼaatii ilaalaa;
11 Yoo isaan waaqota taʼuu baatan iyyuu
12 Yaa samiiwwan, waan kana dinqifadhaa;
13 “Uummanni koo cubbuu lama hojjete:
14 Israaʼel garbaa? Inni garbicha manatti dhalatee?
15 Leenconni aadaniiru;
16 Akkasumas namoonni Memfiisii fi
17 Ati yeroo inni karaa irra si qajeelchetti,
18 Egaa ati maaliif Shihoorii bishaan dhuguuf jettee
19 Hamminni kee si adaba;
20 “Ani bara dheeraan dura waanjoo kee sirraa cabseera;
21 Ani garuu muka wayinii filatamaa,
22 Ati yoo daaraadhaan dhiqattee
23 “Ati akkamitti, ‘Ani hin xuroofne;
24 harree diidaa kan gammoojjii barattee
25 Miilla kee kophee malee deemuu irraa,
26 “Akkuma hattuun yeroo qabamtu salphifamtu sana
27 Isaan mukaan, ‘Ati abbaa koo ti,’
28 Waaqonni ati ofiif tolfatte sun eessa jiru?
29 “Isin maaliif na himattu?
30 “Ani akkasumaanan ijoollee keessan adabe;
31 “Isin dhaloonni ammaa dubbii Waaqayyoo qalbeeffadhaa:
32 Durbi tokko faaya ishee,
33 Ati jaalala adamsuutti akkam ogeettii dha!
34 Ati utuu isaan cabsanii seenanuu isaan qabuu baattu iyyuu,
35 ati, ‘Ani balleessaa hin qabu;
36 Ati maaliif karaa kee geeddaruudhaan,
37 Ati mataa kee qabattee,