1 Waaqayyo akkana naan jedhe; “Yoo Musee fi Saamuʼeel fuula koo dura dhaabatan iyyuu garaan koo gara saba kanaatti hin deebiʼu. Fuula koo duraa isaan ariʼi! Isaan haa deeman!
2 Yoo isaan, ‘Eessa dhaqna?’ jedhanii si gaafatan immoo akkana jedhii isaanitti himi; ‘Waaqayyo akkana jedha:
3 “Ani waan isaan balleessu gosa afur isaanitti nan erga” jedha Waaqayyo. “Akka isaan ajjeesuuf goraadee, akka isaan harkisaniif saroota, akka isaan nyaatanii fixaniif immoo allaattiiwwan samiitii fi bineensota lafaa isaanitti nan erga.
4 Ani sababii Minaaseen ilmi Hisqiyaas mootichi Yihuudaa Yerusaalem keessatti hojjete waan sanaatiif fuula mootummoota lafa irraa hunda duratti jibbamtoota isaan nan godha.
5 “Yaa Yerusaalem, eenyutu garaa siif laafa?
6 Ati na dhiifteerta;
7 Ani karrawwan magaalaa biyyattii duratti,
8 Ani haadhota hiyyeessaa isaanii
9 Haati ilmaan torbaa gaggabdee
10 Wayyoo yaa haadha ko,
11 Waaqayyo akkana jedhe;
12 “Namni kam iyyuu sibiila,
13 “Sababii cubbuu kee hunda
14 Sababii dheekkamsi koo
15 Yaa Waaqayyo situ beeka;
16 Dubbiin kee ni argame; anis nan nyaadhe;
17 Ani gonkumaa tuuta fandalaltootaa wajjin hin teenye;
18 Rakkinni koo maaliif dhuma dhabe?
19 Kanaafuu Waaqayyo akkana jedha:
20 Ani saba kanaaf dallaa dhagaa,
21 “Ani harka namoota hamoo jalaa sin baasa;