Jó 3

GAZ

1 Kana irratti Iyyoob afaan isaa banatee guyyaa itti dhalate abaare.

2 Innis akkana jedhe:

3 “Guyyaan ani itti dhaladhe haa badu;

4 Guyyaan sun haa dukkanaaʼu;

5 Dukkannii fi gaaddidduun guddaan isa haa dhaalan;

6 Halkan sana dukkanni limixiin haa qabatu;

7 Halkan sun haa maseenu;

8 Warri Lewaataanin kakaasuuf qophaaʼan,

9 Bakkalchi barii kan guyyaa sanaa haa dukkanaaʼu;

10 Inni ija koo duraa rakkina dhoksuuf,

11 “Ani maaliif gadameessa haadha kootii keessatti hin badin?

12 Jilbawwan na simatan,

13 Ani silaa yoona nagaan nan ciisa;

14 moototaa fi gorsitoota addunyaa

15 bulchitoota warqee qaban, kanneen manneen isaanii

16 Yookaan ani maaliifin akkuma mucaa duʼee garaa baʼee,

17 Achittis namoonni hamoonni jeequu ni dhiisu;

18 Boojiʼamtoonni nagaadhaan walii wajjin jiraatu;

19 Xinnaa fi guddaan achi jira;

20 “Maaliif warra gadadoo keessa jiraniif ifni

21 Warra duʼa hawwanii dhabaniif

22 warra yommuu awwaalamuu gaʼanitti

23 Nama karaan isaa duraa dhokateef

24 Gaddi buddeena naa taʼeera;

25 Wanni ani sodaadhe natti dhufeera;

26 Ani nagaa hin qabu; tasgabbiis hin qabu;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado