Jonas 2

GAZ

1 Yoonaas garaa qurxummii keessaa Waaqayyoon Waaqa isaa kadhate.

2 Innis akkana jedhe:

3 Ati tuujubatti,

4 Anis, ‘Kunoo ani fuula kee duraa balleeffameera;

5 Bishaanonni na haguugan;

6 Ani gara hundee tulluuwwaniittin gad liqimfame;

7 “Yaa Waaqayyo, yeroo lubbuun koo dadhabdetti

8 “Warri waaqota tolfamoo faayidaa hin qabnetti cichan

9 Ani garuu faarfannaa galataatiin

10 Waaqayyos qurxummii sana ajaje; qurxummiin sunis lafa gogaa irratti Yoonaasin tufe.

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado