1 Kan uffata isaa halluu diimaa cuuphee
2 Uffanni kee maaliif akkuma uffata
3 “Ani kophaa koo boolla itti wayinii cuunfan keessatti // wayinii nan dhidhiite;
4 Guyyaan haaloo baʼuu garaa koo keessa jiraatii;
5 Anis milʼadhee nama na gargaaru tokko iyyuu nan dhabe;
6 Ani aarii kootiin saboota irra nan dhidhiite;
7 Akkuma waan inni nuuf hojjete hundaatti
8 Innis, “Isaan dhugumaan saba koo ti;
9 Dhiphina isaanii hunda keessatti, innis ni dhiphate;
10 Isaan garuu fincilanii
11 Kana irratti sabni isaa bara durii,
12 kan akka irreen isaa ulfina qabeessi jabaan sun,
13 kan tuujuba keessaan isaan qajeelche sun eessa jira?
14 akkuma loon dirreetti bobbaʼaniitti,
15 Ati samii irraa, teessoo kee qulqulluu fi
16 Yoo Abrahaam nu beekuu baatee,
17 Yaa Waaqayyo, ati maaliif akka nu karaa kee irraa badnuu fi
18 Sabni kee yeroo yartuuf iddoo kee qulqulluu dhaalee ture;
19 Nu durumaa jalqabnee kanuma kee ti;