1 “Ifni kee dhufeeraatii kaʼii ibsi;
2 Kunoo, dukkanni lafa,
3 Saboonni gara ifa keetii,
4 “Ija kee ol fudhadhuutii naannoo kee ilaali;
5 Ergasii ni ilaalta; ni calaqqiftas;
6 Gaalli baayʼeen, ilmaan gaalaa kan Midiyaanii fi
7 Bushaayeen Qeedaar hundinuu gara keetti walitti qabamu;
8 “Warri akkuma gugeewwanii manneen isaaniitti barrisan,
9 Dhugumaan biyyoonni bishaan gidduu na abdatu;
10 “Namoonni ormaa dallaa kee ni ijaaru;
11 Akka namoonni badhaadhina sabootaa gara keetti fidaniif,
12 Sabni yookaan mootummaan si hin tajaajille // ni barbadaaʼuutii;
13 “Ulfinni Libaanoon,
14 Ilmaan warra si cunqursanii siif sagadaa gara kee dhufu;
15 “Yoo ati jibbamtee gatamtee namni tokko iyyuu
16 Ati aannan sabootaa ni dhugda;
17 Ani qooda naasii warqee,
18 Siʼachi biyya kee keessatti gooliin,
19 Siʼachi aduun guyyaadhaan,
20 Aduun kee deebitee hin dhiitu;
21 Yoos uummanni kee hundi qajeelaa ni taʼa;
22 Maatiin muraasni kuma,